Doktar Abiy Ahimad misooma Qamadii Jallisii Bonee bara 2015 eegalchiisan - ENA Afaan Oromoo
Doktar Abiy Ahimad misooma Qamadii Jallisii Bonee bara 2015 eegalchiisan
79
Fulbaana 29/2015 (TOI) - Ministirri Muummee FDRI Abiy Ahimad misooma Qamadii Jallisii Bonee bara 2015 naannoo Somaalee aanaa Tulluu Guleediitti eegalchiisaniiru.
Sagantaa kanarratti pireezidaantoonni naannoleefi hoggantoonni mootummaa Federaalaa argamaniiru.
Bara 2015 lafa heektaàra miliyoona 1.3 irratti qamadii misoomsuun Callaa kumtaala miliyoona 52 oomishuuf karoorfameera.