Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad fi Jilli Isaanii Jila Rippaabiliika Keeniyaa Pirezidaantii Wiiliyaam Ruuttoon Durfamu Waliin Mari’atan - ENA Afaan Oromoo
Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad fi Jilli Isaanii Jila Rippaabiliika Keeniyaa Pirezidaantii Wiiliyaam Ruuttoon Durfamu Waliin Mari’atan
74
Fulbaana 26/ 2015 (TOI) Ministirri muummee Abiyyi Ahmad fi jilli isaanii jila rippaabiliika Keeniyaa pirezidaant Wiiliyaam Ruuttoon durfamu waliin mari’ataniiru.
Hariiroon Itiyoophiyaafi Keeniyaa jidduu jiru caalaatti cimsuun akka barbaachisu hoggantoonni lamaan dubbachuusaanii odeeffannoon waajjira ministira muummeerraa argame ni mirkaneessa.
Itiyoophiyaafi Keeniyaan michummaafi walitti dhufeenya faayidaa waliinii irratti hundaa’e waggaa dheeraqaaf kan qabanidha.