Har'a Godambaa saayinsii Itoophiyaa eebbifneerra - ENA Afaan Oromoo
Har'a Godambaa saayinsii Itoophiyaa eebbifneerra
93
Fulbaana 24/2015(TOI) - "Har'a Godambaa Saayinsii Itoophiyaa eebbifnee banneerra. Agarsiisa teknolojii eegalsiifneerra.
Yaa'ii Artifiishaal Intelejensii Paan Afrikaa isa jalqabaa ta'es jalqabsiifneerra.
Hundisaaniiyyuu tattaaffii Afrikaa gara dijitaalaatti ceessisuun humneessuuf taasifnu keessatti walitti hidhataaf, walirraa baruufi akka ardiitti waliin kalaquuf baay'ee kan barbaachisaniidha.''(Ministira Muummee doktar Abiyyi Ahmad)