Ayyaanni Daamaraa Masqalaa magaaloota naannoleetti sirna ho'aan kabajamaa jira. - ENA Afaan Oromoo
Ayyaanni Daamaraa Masqalaa magaaloota naannoleetti sirna ho'aan kabajamaa jira.
145
Fulbaana 16/2015(TOI) - Ayyaanni Daamaraa Masqalaa Magaaloota naannoolee adda addaatti haala ho'aan kabajamaa jira
Ayyaanicji magaalaa Dabrabiraan, Injibaaraa, Gondor, Saqoxaa, Gandahuhaa, Jijjigaa, Arbaamiinci, Harar, Hawaasaa, Miizan amaan, fi magaaloota biyyatti birootti sirna amantaan bakka abbootiin amantaafi hordoftoonni amantaa argamanitti kabajamaa jira.