Gareen Jila Itti Aanaa Pireezidaantii Sudaan Kibbaan durfamuu Finfinnee gale - ENA Afaan Oromoo
Gareen Jila Itti Aanaa Pireezidaantii Sudaan Kibbaan durfamuu Finfinnee gale
44
Fulbaana 11/2015 (TOI) – Gareen Jilaa Itti Aanaa Pireezidaantii Sudaan Kibbaa Jeneraal Taabaan Deengaayiin durfamu daawwannaa hojiif Finfinnee seeneera.
Jilichi wayita Buufata Xiyyaaraa Boolee ga’e Ministeera Raayyaa Ittisaa Biyyaa Doktar Abrahaam Balaayiifi Daayrektara Jeneraalaa Dhimmoota Afrikaa Ambaasaaddar Fissahaa Shaawuliin fi hoggantoota mootummaa biroon simatamaniiru.