Doktar Abiy Ahimad angaa’oota Invastimantii Qaatar Waajjira isaanitti simachuun waliin mari’atan.

84

Fulbaana 5/2015(TOI) - Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad Abbaa Taayitaa Invastimantii Qaataaritti Hogganaa Azhiyaa Paasfikiifi Afrikaa kan tahan Sheek Faayisal Biin Taanii Al-Taaniin Waajjira isaanitti simachuun waliin mari’ataniiru.

Marii isaanii kanaaniis, Itoophiyaa keessa carraa invastimantii jiruufi haala babaldhachuu danda’uu irratti xiyyeefachuun mari’achusaanii ragaan Waajjira Ministira Muummeerraa argame ni muldhisa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015