"Itoophiyaan gama faayinaansiin riifoormii bal'aa isheen gaggeessite sadarkaa idil addunyaatti beekamtii argataa jira"

121

Fulbaan 4/2015(TOI) - Ministira Muummee Dr Abiyyi Ahimad

Ministirri Muummee FDRI doktar Abiyyi Ahimad karaa fuula feesbuukiisaanii akka jedhanitti,Itoophiyaan gama faayinaansiin riifoormii bal'aa isheen gaggeessite sadarkaa idil addunyaatti beekamtii argataa jira.

Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad Badhaasa Faayinaansii Idil Addunyaa Isilaamummaa badhaafamaniiru.

Badhaasa kana argachuutti akka gammadanis Dr Abiyyi ibsaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015