Guyyaa tajaajiltummaa sababeefachuun hoggantoonni mootummaa jiraatoota magaalichaa waliin ta'uun addabaabahii Masqalaa qulqulleessaan.

76

Qaammee 4/2014(TOI) - Guyyaa tajaajiltummaa sababeefachuun hoggantoonni mootummaa jiraatoota magaalichaa waliin ta'uun addabaabahii Masqalaa qulqulleessaan.

Qaammee Ida'amuun mata duree jedhuun guyyaa tola ooltummaa irraa eegalee qulqullinnii aadaa akka ta'ee akka itti fufuuf hoggantoonnii mana hojii mootummaa sadarkaan jiran jiraatoota magaalichaa waliin ta'uun naannaawwaa qulqulleessaa jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015