"OomishItummaa qamadii hamma yoonaatti galmeessifne cimsineefi babal'isaa yoo deemne, nyaataan of danda'uu bira darbinee naannawaa keenyaa madda midhaan nyaataa gochuu dandeenya."

52

Qaammee 2/2014(TOI) - Oomishtummaa qamadii hamma yoonaatti galmeessifne cimsineefi babal'isaa yoo deemne, nyaataan of danda'uu bira darbinee naannawaa keenyaaf madda midhaan nyaataa gochuu dandeenya jedhan Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahimad fuula feesbuukii isaanirratti ergaa dabarsaniin.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015