Daandiin Adda Baba’ii Saar beet - Marfata Goofaa - Puushkiin-Adda baba'ii Gootaraa eebbifame - ENA Afaan Oromoo
Daandiin Adda Baba’ii Saar beet - Marfata Goofaa - Puushkiin-Adda baba'ii Gootaraa eebbifame
67
Finfinnee, Hagayya 9/2014 (TOI) – Magaalaa Finfinneetti ijaarsi pirojektii daandii Adda Baba’ii Saar beet - Marfata Goofaa - Puushkiin- Adda baba'ii Gootaraa eebbifame
Sirna eebbaa kanarratti Ministira Ministeeraa Geejibaa fi Loojistiksii Aadde Daagimaawit Mogos, Kantiibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee dabalatee qondaaltonni biroon argamaniiru.
Daandiichi lafa jala meetira 320 kan qabu, konkolaattota Qiirqoos, Gootaraa, Gofaa, Saarbeetii, Meeksikoo fi Qeerraarraan dhufan hulluuqsuu bira darbee magaalattiif miidhagina kan dabaluu ta’uun ibsameera.