Guutinsi Bishaanii Hidha haaromsaa guddicha Itoophiyaa marsaa 3ffaan milkiin xumurame

195

Hagayya 6/2014 (TOI) – Guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa marsaa 3ffaan milkiin xumurameera.

Yeroo ammaa Bishaan fiixee hidhichaarraan dhangala’uu eegaleera.

Marsaa 1ffaa fi 2ffaan waggoottaan lamaan darban raawwatamuun kan yaadatamuudha.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015