Shaampiyoonaa Atileetiksii addunyaa umrii 20 gadii Kolombiyaa Kaalitti dorgomamaa atileet warqee argate.

63

Adoolessa 29/2014(TOI) - Shaampiyoonaa Atileetiksii addunyaa umrii 20 gadii Kolombiyaa Kaalitti dorgomamaa jiruun Atileet Malkeeneh Azzezee meetira kuma 3 'n daqiiqaa 7:44.06'n xummuruun meedaliyaa Warqee argateera.

Atileet Dirribaa Girmaa ammoo daqiiqaa 7:50.63 sadarkaa 4 ba'uun Dippiloomaa argateera.

Shaampiyoonaa Atileetiksii addunyaa umrii 20 gadii Kolombiyaa Kaalitti dorgomamaa jiru kanaan Itoophiyaan haga ammaatti warqee 2 meetii 3 fi nahaasii1 walumaa galatti meedaaliyaa 6 argatteetti.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015