Erga Waraanni Ruusiyaafi Yukireen jalqabee as yeroo jalqabaaf Dooniin midhaanii Yuukreen buufata doonii Odeessaarraa midhaan fe’uun imala ishee eegalte.

91

Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (TOI) – Erga Waraanni Ruusiyaafi Yukireen jalqabee as yeroo jalqabaaf Dooniin midhaanii Yuukreen buufata doonii Odeessaarraa midhaan fe’uun imala ishee eegalte.

Bu’uura waliigaltee Raashiyaa waliin taasifameen dooniin midhaanii Yuukreen erga waraanni biyyoota lameenii eegaleen asitti yeroo jalqabaaf midhaan al ergii fe’uun gara Libaanositti imala eegaluu gabaafamera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015