Gatiin Boba'aa haaluma ji'a Adoolessaan ittifufa

83

Adoolessa 22/2014(TOI) - Ji'a Hagayyaa keessa gatiin gurgurtaa boba'aa qinxaaboo haaluma ji'a Adoolessaan kan itti fufu ta'uu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksiise.

Adooleessa 29, 2014 eegalee hojiirra kan oole hojmaanni deeggarsa gurgurataa Boba'aa qinxaaboo ji'a Hagayyaas kan itti fufu ta'uu ministeerichi himeera.

Haala gatii boba'aa idil addunyaan boba'aan Xiyyaaraa Liitirri 1 qarshii 84.42tti akka gurguramu murtaa'uu eereera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015