Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa Finfinnee gale

97

Adoolessa 20/2014 (TOI) – Jilli Atleetiksii Itoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaan injifannoo boonsaa galmeesse Finfinnee galeera.

Jilichi wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga'u simannaa hoo'aan taasiifameefira

Hoggantoonni mootummaa olaanoo fi qaamoleen dhimmichi ilaallatu simannaa taasiisaniifiru.

Jilichaaf guyyaa boruu simannaan gootaa ni taasiifama.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015