Gulaallii fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Atleetoonni Itoophiyaa 2 marsaa itti aanuuf darbaniiru.

73

Adoolessa 10/2014(TOI) - Gulaallii fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Atleetoonni Itoophiyaa 2 marsaa itti aanuuf darbaniiru.

Gulaallii fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 dubartoota gidduutti gaggeeffameen Atleetoonni Itoophiyaa 2 marsaa itti aanuuf darbuusaanii Federeeshiniin Atileetiksii Itoophiyaa beeksiseera.

Atileet Warqiwuhaa Geetaachoon waliigala sadarkaa 2ffaan yoo dabartu, Atleet Maqdas Abbabaa qabxii waliigalaan sadarkaa 5ffaa ba'uun marsaa itti aanuuf darbiteetti.

Atleet Siimboo Alamayyoohu osoo hin milkaa'iin hafteetti.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015