Manni Marichaa walgahii idilee 13ffaa gaggeessaa jira

58

Waxabajji 7/2014(TOI) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 13ffaa bara hojii 1ffaa gaggeessaa jira.

Walga’icharratti Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad kan argaman yoo ta’uu, miseensoonni mana marichaa dhimmoota siyaasaa, hawaasummaa, nageenyaa, misoomaafi dinagdeerratti gaaffilee garaagaraa dhiyeessaa jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015