Ministirri Muummeen Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahimad daawwannaa hojiif Jibuutii galan. - ENA Afaan Oromoo
Ministirri Muummeen Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahimad daawwannaa hojiif Jibuutii galan.
84
Caamsaa 03/2014(TOI) - Ministirri Muummeen Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahimad daawwannaa hojiif Jibuutii galan.
Doktar Abiyyi Ahimad yeroo turtii isaanii Soomaaliyaa xummuruun Jibuutii wayita gahan Pireezidaantii biyyattii Ismaa’eel Omaar Geelleetiin simatamaniiru.
Yeroo turtii isaaniittis dhimmoota waloo Itoophiyaafi Jibuutii akkasumas dhimmoota naannawaa irratti ni mari’atu jedhameera.