Itiyoo Telekoom fi Dhaabbanni Haybriid dizaayii waliigaltee hojii waliin hojjachuu isaan dandeesissuu mallatteessan. - ENA Afaan Oromoo
Itiyoo Telekoom fi Dhaabbanni Haybriid dizaayii waliigaltee hojii waliin hojjachuu isaan dandeesissuu mallatteessan.
Caamsaa 18/2014(TOI) - Itiyoo Telekoom fi Dhaabbanni Haybriid dizaayii waliigaltee hojii waliin hojjachuu isaan dandeesissuu mallatteessan.
Waligalttee kanaas hoji raawwachiiftuu Itiyoo Teelekom Firihiwoot Taamiruu fi hoji gaggeesiituu Dhaabata Haybriid Dizaayiin Saamraawwit Fiqruu walii mallatteesaniiru.
Akkaataa waliigaltee kanaatiin tajaajiila Itiyoo Teelokom siim kaardii mobaayiila haaraa bitachuu fi yoo badee immoo kan birootin baka buufachuuf gara gidu gala ‘RAAYID 8294’ bilbiluun tajaajiila teelee kana argachuu ni dandeesisa jedhame.
Akkasuumaas Tajaajiila Teeleebirrii kara kaanaan maamiltoonii teelee ni argatuu jadhameera .
Tajaajiilii kun Gidugaloota gurgurtaa Itiyoo Teleekoomin dabalataatti, tajaajiila si'ataa argachuu ni dandeechisu jedhame.