Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan magaalaa Asoosaa galan

64

Caamsaa 18/2014 (TOI)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan naannoo Beenishaanguul Gumuz magaalaa Asoosaa galaniiru.

Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan sagantaa beekamtii kennuu qaamolee nageenyaa nageenya naannichaa kabachiisuuf ga’ee isaanii ba’ataniif qophaa’erratti hirmaachuuf magaalaa Asoosaa dhaqani.

Fiild Maarshaal Birhaanuun wayita magaalaa Asoosaa ga’an Preezdaantiin naannichaa Obbo Ashaadilii Hasanii fi hoggantoonni olaanoon naannichaa simannaa taasisaniifiiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015