Doktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Tayyaachoon Naayijeeriyaa Abuujaa galan

32

Caamsaa 17/2014 (TOI) – Ministirri Muummee FDRI dokatar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Tayyaachoon daawwannaa hojii guyyoota lamaaf Naayijeeriyaa magaalaa Abuujaa galuu isaanii ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni muul’isa.