Beenzilli liitirri kumni 5 ol osoo karaa seeraan alaa daddabarfamuu to'atame.

64

Caamsaa 15/2014(TOI) - Godina Halaabaa magaalaa Qullitootti Beenzilli liitirri kuma 5 fi 500 ol ta'u osoo karaa seeraan alaa daddabarfamuu to'atamu poolisiin beeksise.

Hogganaan ajajaa magaalaa Qullitoo Saajiin Shukiriillaa Sugaatoo beenzinni to'annoo jala oole kun eerumuu uummanni kenneen ta'uu himaniiru.

Ka'umsa isaa magaalaa Shaashamannee taasifachuun magaalaa Qullittoo keessa qaxaamurun gara walaayittatti beenzina liitira kuma 5 fi 520 fe'ee konkolachiisaan daddabarsaa ture edaa galgalaa halkaan keessaa saatii 7 tti konkolaataa ittiin fe'ee deemu waliin to'atameera.

Poolisiin konkolaachisicharratti qorannoo taasisaa jiraachuus himaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015