''Biyyi keenya Oomishitummaa dabaluuf kan dandeessisan Carraalee hedduu qabdi''

59

Caamsaa 10,2014- Biyyi keenya Oomishitummaa dabaluuf kan dandeessisan Carraalee hedduu qabdi jedhan Ministiirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad.

Qabeenya Uumamaa dilbii,haala qilleensaa mijataa,dachee gabbataa, qabeenya bishaanii bal’aafi humna namaa hedduu qabna,isaan haala gahaa ta’een hojii irra hin oolle kanneen walitti fiduun Oomishitummaa keenya dabaluu qabna.

Itoophiyaatti kan eegale imalli midhaan nyaataafi meeshaalee bu’uuraatiin of danda’uu itti fufiinsaan akka milkaa’uuf oomishitummaan aadaa ta’uu qaba jechuun Dr Abiyyi karaa Miidiyaa Hawaasaa isaanii ergaa dabarsanii jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015