Doktar Abiy Ahimad Hasan Sheek Mahaammad Pireezdaantii Somaaliyaa ta'uun filatamuu isaaniif ergaa baga gammaddanii dabarsan.

72

Caamsaa 8/2014 (TOI) – Ministirri Mummee FDRI doktar Abiy Ahimad Hasan Sheek Mahaammad Pireezdaantii Somaaliyaa ta'uun filatamuu isaaniif ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.

Doktar Abiy Ahimad ibsa isaaniin, Pireezdaant Hasan Sheek Mahaammad waliin hariiroo biyyoota lamaanii fi dhimmoota naannichaarratti waloon kan hojjetan ta'uu himaniiru.

Filannoo Pireezdaantummaa guyyaa kaleessaa gaggeeffameen Hasan Sheek Mahaammad Pireezdaantii Somaaliyaa ta'uun filatamuun kan yaadatamuudha.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015