Caasaan nageenyaa sadarkaan jiru qophii ta’uu qaba- Mana Maree Nageenyaa naannichaa

45

Caamsaa 6/2014 (TOI) – Caasaan nageenyaa sadarkaan jiru qophii ta’uu akka qabu Manni Maree Nageenyaa naannoo Amaaraa beeksise.

Uummanni naannichaa lammata weeraraa fi haleellaa ABUTiif akka hin saaxilamneef caasaan nageenyaa fi uummanni akkuma kanaan duraa itti gaafatamummaa isaa ba’achuuf qophii akka ta’uu Manni Maree Nageenyaa naannichaa beeksiseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015