Waliigalteen hirmaannaa daldalaa fi invastimantii Ityoophiyaa fi Chaayinaa gidduu jiru guddisuuf dandeessisu 6 mallatteeffame

77

Caamsaa 4/2014 (TOI) – Waliigalteen hirmaannaa daldalaa fi invastimantii Itoophiyaa fi Chaayinaa gidduu jiru guddisuuf dandeessisu 6 mallatteeffameera.

Sagantaa waliigaltee mallateessuu kanarratti Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokkonniin, Komishinarri Komishinii Invastimantii Lalisee Namee dabalatee Itoophiyaatti hoggantoonni olaanoon Chaayinaa argamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015