HojiiAshaaraa Magariisaa bara kanaaf gosti biqiltuu garaagaaraa qophaa'aa jiru.

78

Ebla 23, 2014 (TOI) – Hojii dhaabbii biqiltuu Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf ቸ eegalee gosti biqiltuu garaagaaraa qophaa'aa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI dokatar Abiy Ahimad ibsaniiru.

Biqiltuun hunda galeessi, ijaarsaaf oolu, boba'aa, nyaataa fi tajaajila uffataaf oolu qophaa'aa jiraachuu Fuula Miidiyaa hawaasummaa isaaniin eeraniiru.

Dhaabbii kanaan indaastiriiwwan xixiqqaa fi gurguddaa uumuuf itti fayyadamuu dandeenya jedhan.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015