Sagantaan Afxiraa guddaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira

3

Ebla 21/2014 (TOI) – Sagantaan Afxiraa guddaan daandiirraa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.

Sagantaa kanarratti lammiileen kumaatamatti lakkaa’aman hirmaataniiru.

Saganticharratti dhalattoonni Itoophiyaa fi Itoophiyaanoonni akkasumas michuuwwan Itoophiyaa waamicha Ministira muummee FDRI doktar Abiy Ahimad mata duree “ Salaata Iid Guddicha Itoophiyaatti” jedhuun taasisaan fudhachuun argamaniiru.