Doktar Abiy Ahimad Ayyaana faaskaa harka qalleeyyii waliin kabajan

72

Ebla 16/2014 (TOI) – Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad Ayyaana faaskaa harka qalleeyyii 230 waliin maaddii qooddachuun kabajaniiru.

Maanguddoota kunuunsa hin qabne, haala rakkisaa keessa jiran, qaama miidhamtoota, kanneen daandirra jiraataanii fi daa'immaan maatii hin qabne waliin Ayyaanna Hiikaa kabajaniiru jedhame.

Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad ayyaanicha wayita kabajnu kan qabnu qooduun kan hin qabne gargaaraa kabajuun barbaachisaadha jedhan.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015