Itoophiyaafi keeniyaan damee hojii bobbii biyyaa alaarratti muuxannoo wal jijjiiruuf waliigalan.

11

Ebla 12/2014(TOI) – Itoophiyaafi keeniyaan damee hojii bobbii biyyaa alaarratti muuxannoo wal jijjiiruuf waliigalan.

Ministeera Hojii fi Kalaqaatti Deetaan ministira damee hojii , bobbii hojii fi gabaa Obbo Nugusuu Xilaahuun gitasaani keeniyaa Piitaar Ketuum waliin dhimmoota gara garaa irratti mari’ataniiru.

Marii isaani keessaa tokko damee hojii bobbii biyyaa alaarratti muuxannoo wal jijjiiruuf waliigalu isaani Keeniyaatti Imbaasiin Itoophiyaa beeksiseera.