Ministiroonnii fi Pireezedaantoonni Naannolee piroojektoota Invastimantii naannoo Amahaaraa godina shaawaa kaabaa daawwatan.

74

Eebla 09/2014(TOI) - Ministiroonnii fi Pireezedaantoonni Naannolee piroojektoota Invastimantii Naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaa, Bulgaafi Dabra Birhaanitti argaman daawwatan.

Daawwannicharratti Itti aanaan pireezedaantii Paartii Badhaadhinaa obbo Adam Faaraha, Ministirri Ministeera Indaastirii obbo Malaakuu Allabal, Ministirri Ministeera Hojii fi Kalaqaa Aadde Mufaariyaat Kaamiil fi Pireezedaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa, Pireezedaantiin Naannoo Amaaraa Dr. Yiliqaal Kaffalaa, Pireezedaantiin Naannoo Sidaamaa obbo Deestaa Leedaamoo fi hoggantoonni hojii Mootummaa Federaalaa naannolee biroon argamaniiru.
.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015