Foramiin Daladala fi Investimentii Itiyoo-Turkii Ankaaraatti geggeeffama jira.

67

Bitootessa 20/2014(TOI) - Turkitti Imbaasiin Itoophiyaa Konfidereeshiin abbootii qabeenyaa Idustirii Turkii waliin qindaa'uun foramii carraa hojii daldala alaa fi Investimentii Itoophiyaa beeksisuuf gargaaru Turki magaalaa Ankaaraatti qopheessaniiru.

Foramii kanarratti Turkitti abbootiin qabeenyaa damee hojii investimentiitti adda addarratti hirmaatan 100 fi manni maree Waldalee daldalaa Itoophiyaa irraa 25 hirmaataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015