Pireezdaantiin Jiibutii Ismaa’eel Oomaar Geelleen Bulchiinsa nageenya odeeffannoo daawwatan

41

Finfinnee, Bitootessa 19/2014 (TOI) – Pireezdaantiin Jiibutii Ismaa’eel Oomaar Geelleen Waajjira Muummee Bulchiinsa nageenya odeeffannoo daawwataniiru.

Daawwannaa hojiif guyyaa kaleessaa Finfinnee kan galan Pireezdaant Ismaa’eel Oomaar Geelleen har’a ministira muummee FDRI doktar Abiy Ahimad waliin Waajjira Muummee Ejansii Bulchiinsa nageenya odeeffannoo daawwataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015