Doktar Abiy Ahimad Pireezdaantii Jibuutii Ismaa’eel Oomaar Geelee waliin dhimmoota waloo biyyoota lameeniifi naannoorratti mari’atan

45

Finfinnee, Bitootessa 19/2014 (TOI) – Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad Pireezdaantii Jibuutii Ismaa’eel Oomaar Geelee waliin dhimmoota biyyoota lameenii fi naannoorratti mari’ataniiru.

Pireezdaant Ismaa’ee Oomaar Geeleen daawwannaa hojii guyyoota lamaaf kaleessa Finfinnee galuun isaanii ni yaadatama.

Pireezdaantichi Bulchiinsa nageenya odeeffannoo daawwataniru.

Itti gaafatamtuun miidiyaa Diijitaalaa fi Afaanota Alaa Seekretariyaat Pireesii Waajjira Ministira Muummee Billanee Siyyuum akka ibsanitti, Hoggantoonni lamaan loojistikii geejjibaa Itoophiyaa fi Jibuutii, nageenyaa fi tasgabbii akkasumas dhimmoota biroorratti mari’ataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015