Poolisiin akka seera kabachiisaatti kan seera sirriitti beeku,

107

Bitootessa 17/2014(TOI) - Poolisiin akka seera kabachiisaatti kan seera sirriitti beeku, akka qorataa yakkaatti ogummaa qorannaa yakkaa kan qabu, haala amala namaa kan qo'ate, 'saayikooloojii' amalaa kan sirriitti beeku, akka raayyaatti gahumsa loltummaa kan qabu, akka kora bittinneessaatti dhaabbii qaamaa guutuu kan qabu, akka dhaabbata nageenyaatti, odeeffannoo funaanuufi xiinxaluu kan danda'u, gahumsaafi hubannoo teekinooloojii barichaaf malu kan qabu, akkasumas raayyaa ammayyaa ashaaraa, 'DNA', mallattoo fi foorensiikii dijitaalaa xiinxaluu danda'u akka ta'u riifoormii jalqabne cimsinee kan itti fufnuufi Mootummaan Federaalaas kanaaf deeggarsa gama hundaa kan godhu ta'uun mirkaneessa jedhan Ministiirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad Ergaa karaa Miidiyaa hawaasummaa isaanii dabarsaniin.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015