Ashaaraa Magariisaa Waggaa 4ffaaf qophiin duraa taasifamaa jiraachuu himame.

167

Bitooteesa 16/2014(TOI) – Ashaaraa Magariisaa Waggaa 4ffaaf qophiin duraa taasifamaa jiraachuu himame.

Ashaaraa Magariisaa Waggaa 4ffaaf qophiin duraa taasifamaa jiraachu Ministirri Muummee Itoophiyaa Dr. Abiyyi Ahmad karaa fuula midiyaa hawaasaa isaaniin beeksisan.