Manni maree naannoo Amahaaraa yaa'ii idilee 2ffaa bara hojii 1ffaa geggeessa jira.

55

Bitootessa 15/2014(TOI) - Manni maree naannoo Amahaaraa yaa'ii idilee 2ffaa bara hojii 1ffaa marsaa 6ffaa magaalaa Bahaar Daaritti taa'uu jalqabeera.

Yaa'ichii guyyaa lamaaf kan turu yoo ta'u gabaasa hojii misoomaafi bulchiinsa gaarii qamooleen hojii raawwachiftuu naannichaa baatii jahaan darbaan raawwatan irraatti mari'achuun ni raaggasa jedhameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015