Miseensoota Raayyaa Ittisa Biyyaa raawwii hojii olaanaa galmeessisaniif beekkamtiin kenname. - ENA Afaan Oromoo
Miseensoota Raayyaa Ittisa Biyyaa raawwii hojii olaanaa galmeessisaniif beekkamtiin kenname.
102
Bitootessa 13/2014(TOI) -Miseensoota Raayyaa Ittisa Biyyaa, hojjettoota siiviiliifi qaamolee nageenyaa biroo duula birmadummaa biyyaarratti raawwii hojii olaanaa galmeessisaniif Qajeelcha Fayyaa olaanaa Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaatiin beekkamtiin kenname.
Sagantaa galateeffannaafi beekkamtii laachuu kanaarratti Etaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan argamaniiru.