Kitaabni Jijjirama biyyaaleesaa hanga hundeeffama mootummaatti jedhu kan hojiilee damee nageenyaa fi tasgabbiirratti hojjetameerratti xiyyeefate barreeffame eebbifame.

81

Finfinnee, Bitootessa 10/2014 (TOI) – Kitaabni Jijjirama biyyaaleesaa hanga hundeeffama mootummaatti jedhu kan hojiilee damee nageenyaa fi tasgabbiirratti hojjetameerratti xiyyeefate barreeffame eebbifame.

Kitaabicha Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa fi Tajaajilli nageenyaa fi odeeffannoo biyyaalessaa waloon kan qopheessan yoo ta'uu, Afaan Oromoo, Afaan Amaaraa fi Afaan Ingiliziin kan qophaa'e ta'uu himameera.

Yeroo itti aanu Afaanota biroon qophaa'uun ogeeyyii damee Kominikeeshinii federaalaa fi naannoleef galtee akka ta'u naannoleef kan rabsamu ta'uu ragaan Tajaajila Kominiikeshinii mootummaarraa argame ni muul'isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015