Pireezidaantiin Saahilawarqi Zawdee Itoophiyaatti Ambaasaaddara Eertiraa yeroo hojiisaanii xumuran gaggeessan. - ENA Afaan Oromoo
Pireezidaantiin Saahilawarqi Zawdee Itoophiyaatti Ambaasaaddara Eertiraa yeroo hojiisaanii xumuran gaggeessan.
61
Bitootessa 01/2014(TOI) - Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdee Itoophiyaatti Ambaasaaddara Eertiraa Sammaa Ri'isoom yeroo hojiisaanii xumuran gaggeessan.
Pireezidaantiin Saahilawarqi, Ambaasaaddaricha waggoottan sadeen darbaniif hariiroo biyyoota lameeni irratti shoora bahataniif galateeffataniiru.