Hospitaalli Qidduus Phaalwoos guyyaa dubartootaa 'March 8' sababeeffachuun tajaajila wallaa’ansa baqaaqsanii yaaluu Dooktaroota fi ogeeyyii yaala fayyaa biroo dubratootaan kennaa jira.

81

Finfinnee, Gurraandhala 29/2014 (TOI) – Kolleejii Meedikaalaa Miliniyeemii Hospitaala Qidduus Phaalwoos guyyaa dubartoota 'March 8' sababeeffachuun tajaajila wallaa’ansa baqaaqsanii yaaluu Dooktaroota fi ogeeyyii yaala fayyaa biroo dubratootaatin kennaa jira.

Guyyaan dubartootaa 'March 8' sadarkaa idil addunyaatti yeroo 111ffaaf akka Itoophiyaatti ammoo yeroo 46ffaaf kabajamaa jira.Guyyichi mata duree ‘an eegduu obboleetti kootii’ jedhuun kabajamaa jira.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015