Doktar Abiy Ahimad barreessaa olaanaa dhaabbata Mootummoota gamtoomanii waliin mari'atan.

86

Gurraandhala 29/2014(TOI) - Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Gutereez waliin bilbilaan mari'atan.

Naannawwaa walitti bu'insi umameetti dhiheessii gargarsa namoomaa ilaalichisee akkasuma haala siyaasaa waqtaawaa Itoophiyaarratti mari'achuu isaanii ministeerri dhimma alaa beeksiseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015