Yaa'ii dhaabbilee amantaaf deeggarsi birrii miiliyoona 13 taasifameefi.

119

Gurraandhala 26/2014(TOI) - Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa hojiiwwan gama ijaarsa nageenyaafi walitti bu’insa hiikuuf hojjachaa jiruuf deeggarsi maallaqaa Birri Miliyoona 13 ol taasifameefi.

Sadarkaa biyyaaleessaatti, Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa hojiiwwan gama ijaarsa nageenyaafi walitti bu’insa hiikuuf hojjachaa jiruuf ‘’Faawundeeshiini Istarliingi’’ irraa deeggarsi maallaqaa Birri Miliyoona 13 ol taasifameefi.

Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Itoophiyaa bara 2022/23 keessatti naannoolee Itoophiyaa garagaraatti hojiiwwan gama ijaarsa nageenyaafi walitti bu’insa hiikuuf hojjachuuf karoorfate akkasumaas walitti dhufeenya uummataa cimsuuf deeffarsi baajataa taasifamuufi Barreessaan Waliigalaa yaa’iichaa Qasiis Taagaay Taaddalaa TOI’f himaniru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015