Doktar Abiy Ahimad boqachuu Abunee Marqooreewoosiif gadda itti dhaga'ame ibsan

76

Gurraandhala 25, 2014 (TOI) – Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad boqachuu Paatiriyaarikii mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii 4ffaa Abunee Marqooreewoosiif gadda itti dhaga'ame ibsaniiru.

Waantoonni hundi gaarii akka ta'u Biyyaaf kadhannaa taasiisaa turuu eeruun, yeroo kanatti isaan dhabuun miidhaa guddaa ta'uu ibsaniiru.

Qulqulluu Abunee Marqooreewoos Siinoodoosoonni lamaan tokko akka ta'an shoora olaanaa qabaachuu isaanii ibsaniiru.

Hunda keenyaaf jajjabinan hawwa jedhan Fuula Feesbuukii isaaniin.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015