Ayyaanni Adwaa waggaa 126ffaan kabajamaa jira

70

Finfinnee, Gurraandhala 23/2014 (TOI)- Ayyaanni Adwaa waggaa 126ffaan sirnoota adda addaan magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira.

Ayyaanichi bakka gootoonni durii,Itt aanaa Kantiibaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee fi hogganaa Biiroo hojii intarpiraayizii fi misooma Industirii magaalaa Finfinnee obbo Jaanxiraar Abbaay, Hoggantuu Biirii Aadaa fi ogumaa doktar Hiruut Kaasaa, qabsooftoonni, aanga'oonni mootummaa fi dargaggoonni argamanitti agarsiisa garaagaraan kabajamaa jira.

Sirnicha irraatti doktar Hiruut Kaasaa ergaa baga geessanii dabarsaniiru.Dhaloonni kun hojii ijaarsa hidha haaromsaa guddicha Itoophiyaa irratti ijifannoo Adwaa dabalaa jira.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015