Pirezedaant Saahilewarqi Zawudee, Itti aantuu Ministira Dhimma Alaa Xaaliyaanii Maariinaa Sereeniin waliin mari'ata.

87

Gurraandhala 22/2014(TOI) - Pirezedaant Saahilewarqi Zawudee Waajjira isaanitti Itti aantuu Ministira Dhimma Alaa Xaaliyaanii Maariinaa Sereeniin waliin mari'ata.

Marii isaanii kanaan dhimmoota waloo biyyoota lameenirratti sri'ataniiru.

Walitti dhufeenya biyyoota lamaan jidduu jiru cimaa fi bara dheeraa kan lakkoofsise ta’uus marii kanarratti himameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015