Aaddee Adaanech Abebee dhukkubsatanii mana yaalaa kan jiran qulqulluu Abuna Marqoos gaafatan.

70

Gurraandhala, 21/2014(TOI) - Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebee dhukkubsatanii mana yaalaa kan jiran qulqulluu Abuna Marqoos Hospitaalatti argamuun gaafataniiru.

Aadde Adaanech abbootii amantaa isaan deeggara jiranii fi oggeeyyii fayyaa isaan yaalaa jiranis galateffataniiru.

''Waaqayyoo fayyisaan akka isaan fayyisu onnee koorraan hawwaaf'' jechuun karaa fuula miidiyaa hawaasumaa isaanii ibsaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015