Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee Ambaasaaddara Raashiyaa Ivinii Tarkiyaan waliin mari’atan

139

Gurraandhala 15/2014 (TOI) –Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee Itoophiyaatti Ambaasaaddara Raashiyaa Ivinii Tarkiyaan waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniin dhimmoota teeknooloojii ismaart siitii fi geejjibaarratti mar’ataniiru.

Akkasumas hariiroo fi tumsa biyyoota lamaanii cimsuuf waliigalteerra ga’uusaanii ragaan waajjira kantiibaa magaalaa Finfinneera argame ni muul’dhisa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015