Doktar Abiy Ahimad bor miseensoota mana marichaaf ibsaafi deebii ni kennu.

98

Gurraandhala 14/2014(TOI) -Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad mana maree bakka bu'oota uummataatti argamuun gaaffii fi yaadoota miseensoota mana marichaarraa dhihaataniif ibsaafi deebii akka kennaan odeeffannoon mana maree bakka bu'oota uummataarra argame ni muli'isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015