Manni Marichaa walga’ii addaa har’a gaggeesseen Komishinaroota Maree biyyaalessaa moggaase.

67

Finfinnee, Gurraandhala 14/2014 (TOI) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii addaa har’a gaggeesseen komishinaroota Komishinii Maree biyyaaleessaa dhihaatan moggaase.

Manni maree bakka bu'oota uummataa FDRI mariin biyyaaleessaa hundaa hirmaachise akka geggeeffamuuf yaadee labsii lakkoofsa 1265/2014 Komishinii maree biyyaaleessaa hundeessuun isaa ni yaadatama.

Haaluma kanaan manni marichaa komishiniicha kanneen hogganaan Komishinarootaa 11 moggaasuuf har'a walga'ii addaa taa'een Komishinaroota kanneen moggaaseera.

Komishinaroonni manni marichaa moggaases

1.Piroofeesar Masfin Aarayaa - Walitti qabaa

2. Aadde Hiruut Gabrasilaasee - Itti aantuu walitti qabduu

3. ,Dooktar Tagenye Warqi Geetuu Mangashaa

4. Obbo Zagayyee Asfaaw Abdii

5. Ambaasaaddar Mahaammad Diriir

6. Dooktar Ambaayee Ogaatoo

7. Ambaasaaddar Dooktar Ayifoorit Mahaammad

8. Obbo Mulgeetaa Agoo

9. Aadde Bileen Gabramadin Yoosee

10. Obbo Malaakuu Waldamaariyaam fi

11. Dooktar Yoonaas Adahee moggafamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015